Naannoo Tigraay keessa lolli yoo ka’a ta’e kan duraanii ni caala – MM Abiy Ahimad – BBC News Afaan Oromoo


Ministirri Mummee Abiy Ahimad raawwii karoora hojii mootummaa bara 2017 A.L.I Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf dhiyeessuun gaaffilee miseensota irraa isaaniif dhiyaateef deebii kennaniiru.
